SlideShare une entreprise Scribd logo
1  sur  10
Télécharger pour lire hors ligne
NAWAAQID 
UL-ISLAAM 
 	
 
Qopheeysaa: 
Sheek Muhammad Abdulwahhaab 
Hiikaan: 
(Abuu Muhammad) 
Jaafar Bayaan Al-Baddeeysii
Beeki wanni Islaamummaa namarraa 
balleessaa waa kudhan. 
IBSA. 
Wanni Islaamummaa namarraa balleesu: 
waan namni tokko eega Islaama seene 
waan san dalaguudhaan ykn jechuudhaan 
ykn yaaduudhaan Islaamummaa keessa 
bahu. Kan sabaaaba isii Islaama 
jedhamurraa Kaafira tahu jechuudha. 
Namni Islaamaa hundi waan 
Islaamummaa namarraa balleesu kana 
barachuun dirqama isaati, akka isii beeke 
if eeguuf jecha. 
Rabbiin akkana je’a: 
?ös? #’n 
Ÿu (#‘‰s 
)	t 

 t
ÎÅ£
yz Fsù 
?tã ö/ä.Í‘$t/÷Šr (#ç7Î=s 
{If duuba hin deebi’inaa (Kaafirummaatti) 
duyda duuba keessanitti warra hongowe 
taatanii.} Al-Maa’iidaa: 21
{Isinirraa namni Amantii isaatirraa if 
duuba deebi’u, inni Kaafira. Orma san 
dalagaan isaanii baddee jirti Adunyaa fi 
Akhiraatti ammallee isaan warra 
Ibiddaati, Isaan isii keessatti turoodha.} 
Al-Baqaraa: 217 
Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana jedhan: 
“ nama amantii Isaa jijjiiru ajjeesaa!” 
Bukhaarii: 3175 
Ulamaa’iin akki ja’an: namni tokko eega 
Islaama tahee if duuba deebi’ee kan 
kaafira tahu dalagaadhaan, jechaan, 
amanuudhaan ykn yaada san 
dhugoomsuudhaani fi shakkiidhani. 
wanni Islaamummaa namarraa 
balleessaa waa kudhanan 
1FFAA. 
Ibaadaa (gabbarttii) Rabbii keessatti waan 
biroo Allaahatti qindeesuudha.
Ragaan jecha Rabbitti: 
¨Î) ©!$# Ÿ ãÏøótƒ r x8u 
y7Ï9sOE tߊ $t ãÏøótƒu ÏμÎ/ ô³ç„ 
{Allaahaan Isaatti Qindeessu (sharrakku) 
hin araaramu, waan sanii gad jiru 
namaaf irra dabra} An-Nisaa: 48 
ù t§ym ª!$# Ïμø‹n=t 
t õ8Îô³ç„ «!$$Î/ ô‰s 
)s 
çμu 
1ù't 
us¨yfø9$# ã â‘$¨9$# ( $tu š !ÏÎ=
©à=Ï9 ôÏ 9‘$|Á#r 

$  
{isa Allaahatti qindeesu dhugumatti 
Allaahaan Jannata haraam (dhowwaa) 
isaratti godhee jira, bakki inni qubatu 
Ibidda, warra rabbitti waan biro 
qindeesuuf inni tumsuuf hin jiru.} Al- 
Maa’idaa:82 
Rabbitti qindeesuun: Allaahaaf malee 
qaluu (gorra’uu) akka nama jinniif qaluu 
ykn qabriif qaluu.
2FFAA. 
Isa Allaaha fi Isa jidduutti jiddu deemaa 
(dubbii fixaa) godhatu, kan isaan 
yaammattu, kan isaan kadhatu, kan 
isaanitti irkatu. 
Inni Kaafira waliigala warra Islaamaa 
biratti (ijmaa’aan) 
3FFAA. 
Inni Mushrikoota hin kafarsiisne ykn 
Kaafira tahuu isaanii shaakke ykn karaan 
isaanii sirriidha jedhu. 
Inni kaafira (mataan isaatuu) 
4FFAA. Inni karaa qajeelaa nabiyyiin 
(s.a.w) dhufeenirra karaa birootu caala 
jedhee amanu ykn murtii Isaatirra Murti 
birootu caala je’ee yaadu.
Fakkeenyaaf: inni seera warri nama jallisu 
baase seera nabiyyiirra caalchiise, inni 
kaafira. 
5FFAA. 
Inni waan Rasuulli (s.a.w) dhufeenirraa 
waan takka jibbe, osoo waan jibbe san itti 
dalagellee Kaafira. 
6FFAA. 
Namni waan Amantii rasuularraa tahe 
takkatti hanjamaa (qishnaa) godhe ykn 
galata (sawaaba) Allaahaan dubbatetti 
ykn Adaba Isaatti kan hanjamaa godhe, 
kaafira. 
Ragaan jecha Rabbiiti: 

È%s 
ÞÚèw* 
$	¨à2 $y#Î) (ä9à)u‹s9 óß'tFø9r'y™ s9uw 
 ƒu 
#t 
=óçFä. ÏÎ!™ßu‘ uÏμÏG
tƒ#-uu «!$$Î/r ö+è% 4 Ü=yèùtu
y‰÷èt/ x. 
š.â-Ì“ö/t 
tJó¡n@ 
01 Ÿ (#â‘É‹tG÷ès? ô‰s% 2änöxx 
óä3Ï

Contenu connexe

En vedette

Ibaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isii
Ibaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isiiIbaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isii
Ibaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isiiNuradin Sultan
 
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdfAqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdfNuradin Sultan
 
አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?
አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?
አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?Nuradin Sultan
 
የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./
የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./
የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./Islamic Invitation
 
Collaborate, Innovate, Secure
Collaborate, Innovate, SecureCollaborate, Innovate, Secure
Collaborate, Innovate, Securewremes
 
The Internet Conundrum
The Internet ConundrumThe Internet Conundrum
The Internet Conundrumbtrichardson
 
Bravery#2
Bravery#2Bravery#2
Bravery#2Shiro28
 
ภารกิจระดับครูผู้ช่วย
ภารกิจระดับครูผู้ช่วยภารกิจระดับครูผู้ช่วย
ภารกิจระดับครูผู้ช่วยJiramet Ponyiam
 
Rampart services corporate ppt
Rampart services corporate pptRampart services corporate ppt
Rampart services corporate pptRampart Services
 
Eddy Current Evaluation 3-1
Eddy Current Evaluation 3-1Eddy Current Evaluation 3-1
Eddy Current Evaluation 3-1Ethan Gros
 
Strategies to Improve Practice Cashflow
Strategies to Improve Practice CashflowStrategies to Improve Practice Cashflow
Strategies to Improve Practice CashflowConventus
 
PDF Angebot Tripodo
PDF Angebot TripodoPDF Angebot Tripodo
PDF Angebot TripodoTripodoGmbH
 
Presentación1
Presentación1Presentación1
Presentación1valemao21
 

En vedette (17)

Ibaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isii
Ibaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isiiIbaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isii
Ibaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isii
 
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdfAqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
 
አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?
አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?
አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?
 
የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./
የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./
የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./
 
Teamwork 2
Teamwork 2Teamwork 2
Teamwork 2
 
Collaborate, Innovate, Secure
Collaborate, Innovate, SecureCollaborate, Innovate, Secure
Collaborate, Innovate, Secure
 
The Internet Conundrum
The Internet ConundrumThe Internet Conundrum
The Internet Conundrum
 
Bravery#2
Bravery#2Bravery#2
Bravery#2
 
ภารกิจระดับครูผู้ช่วย
ภารกิจระดับครูผู้ช่วยภารกิจระดับครูผู้ช่วย
ภารกิจระดับครูผู้ช่วย
 
Rampart services corporate ppt
Rampart services corporate pptRampart services corporate ppt
Rampart services corporate ppt
 
Eddy Current Evaluation 3-1
Eddy Current Evaluation 3-1Eddy Current Evaluation 3-1
Eddy Current Evaluation 3-1
 
Wi-Fi
Wi-FiWi-Fi
Wi-Fi
 
Strategies to Improve Practice Cashflow
Strategies to Improve Practice CashflowStrategies to Improve Practice Cashflow
Strategies to Improve Practice Cashflow
 
1.6.3 a prof juliet richters
1.6.3 a prof juliet richters1.6.3 a prof juliet richters
1.6.3 a prof juliet richters
 
PDF Angebot Tripodo
PDF Angebot TripodoPDF Angebot Tripodo
PDF Angebot Tripodo
 
Presentación1
Presentación1Presentación1
Presentación1
 
Superman y gatoman
Superman y gatomanSuperman y gatoman
Superman y gatoman
 

Similaire à Wantoota islaamummaa balleysu

Wantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fbWantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fbNuradin Sultan
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdfHaroopost
 
dokumen.tips_usuluu-salaasaa-afaan-oromo-.pdf
dokumen.tips_usuluu-salaasaa-afaan-oromo-.pdfdokumen.tips_usuluu-salaasaa-afaan-oromo-.pdf
dokumen.tips_usuluu-salaasaa-afaan-oromo-.pdfbaabaadur
 
4_5922384989193768140[1].pptx
4_5922384989193768140[1].pptx4_5922384989193768140[1].pptx
4_5922384989193768140[1].pptxMohammedAbdela7
 
4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptxMohammedAbdela7
 
5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia
5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia
5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat KurniaAhmad Harmoko
 
Pakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuPakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuteguh.qi
 
Pakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuPakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuteguh.qi
 
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfgdirbabaa8
 
Barumsa Sanbataa_Barnoota2ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Barumsa Sanbataa_Barnoota2ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptxBarumsa Sanbataa_Barnoota2ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Barumsa Sanbataa_Barnoota2ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptxTakele Dufera
 

Similaire à Wantoota islaamummaa balleysu (20)

Wantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fbWantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fb
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
 
tajaajila wangeelaa
tajaajila wangeelaatajaajila wangeelaa
tajaajila wangeelaa
 
dokumen.tips_usuluu-salaasaa-afaan-oromo-.pdf
dokumen.tips_usuluu-salaasaa-afaan-oromo-.pdfdokumen.tips_usuluu-salaasaa-afaan-oromo-.pdf
dokumen.tips_usuluu-salaasaa-afaan-oromo-.pdf
 
4_5922384989193768140[1].pptx
4_5922384989193768140[1].pptx4_5922384989193768140[1].pptx
4_5922384989193768140[1].pptx
 
4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx
 
5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia
5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia
5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia
 
Oromo - The Protevangelion.pdf
Oromo - The Protevangelion.pdfOromo - The Protevangelion.pdf
Oromo - The Protevangelion.pdf
 
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaaBurqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
 
Pakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuPakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis iku
 
Pakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuPakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis iku
 
Oromo - Poverty.pdf
Oromo - Poverty.pdfOromo - Poverty.pdf
Oromo - Poverty.pdf
 
Oromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdf
Oromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdfOromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdf
Oromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdf
 
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
 
Siqe
SiqeSiqe
Siqe
 
Oromo - Testament of Gad.pdf
Oromo - Testament of Gad.pdfOromo - Testament of Gad.pdf
Oromo - Testament of Gad.pdf
 
Oromo-Testament-of-Issachar.pdf
Oromo-Testament-of-Issachar.pdfOromo-Testament-of-Issachar.pdf
Oromo-Testament-of-Issachar.pdf
 
Oromo - Book of Baruch.pdf
Oromo - Book of Baruch.pdfOromo - Book of Baruch.pdf
Oromo - Book of Baruch.pdf
 
Barumsa Sanbataa_Barnoota2ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Barumsa Sanbataa_Barnoota2ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptxBarumsa Sanbataa_Barnoota2ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Barumsa Sanbataa_Barnoota2ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
 
Barumsa bu
Barumsa buBarumsa bu
Barumsa bu
 

Plus de Nuradin Sultan

የጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያ
የጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያየጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያ
የጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያNuradin Sultan
 
የአቂዳ መሰረቶች
የአቂዳ መሰረቶችየአቂዳ መሰረቶች
የአቂዳ መሰረቶችNuradin Sultan
 
መውሊድን በተመለከተ.pdf
መውሊድን በተመለከተ.pdfመውሊድን በተመለከተ.pdf
መውሊድን በተመለከተ.pdfNuradin Sultan
 
ስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdf
ስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdfስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdf
ስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdfNuradin Sultan
 
Shehadetan tigrigna.pdf
Shehadetan tigrigna.pdfShehadetan tigrigna.pdf
Shehadetan tigrigna.pdfNuradin Sultan
 
ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.
ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.
ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.Nuradin Sultan
 
Wantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fbWantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fbNuradin Sultan
 
ቁርአን በአማረኛ
ቁርአን በአማረኛቁርአን በአማረኛ
ቁርአን በአማረኛNuradin Sultan
 

Plus de Nuradin Sultan (17)

የጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያ
የጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያየጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያ
የጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያ
 
Du'aa'ii.pdf
Du'aa'ii.pdfDu'aa'ii.pdf
Du'aa'ii.pdf
 
የአቂዳ መሰረቶች
የአቂዳ መሰረቶችየአቂዳ መሰረቶች
የአቂዳ መሰረቶች
 
Naamusa salamtaa
Naamusa salamtaaNaamusa salamtaa
Naamusa salamtaa
 
Naamusa islaamaa
Naamusa islaamaaNaamusa islaamaa
Naamusa islaamaa
 
ጋብቻ.doc
ጋብቻ.docጋብቻ.doc
ጋብቻ.doc
 
መውሊድን በተመለከተ.pdf
መውሊድን በተመለከተ.pdfመውሊድን በተመለከተ.pdf
መውሊድን በተመለከተ.pdf
 
Islam guide.pdf
Islam guide.pdfIslam guide.pdf
Islam guide.pdf
 
Yesolat memariya.pdf
Yesolat memariya.pdfYesolat memariya.pdf
Yesolat memariya.pdf
 
ስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdf
ስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdfስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdf
ስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdf
 
Qur'an tefsir.pdf
Qur'an tefsir.pdfQur'an tefsir.pdf
Qur'an tefsir.pdf
 
Shehadetan tigrigna.pdf
Shehadetan tigrigna.pdfShehadetan tigrigna.pdf
Shehadetan tigrigna.pdf
 
Islam guide
Islam guideIslam guide
Islam guide
 
ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.
ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.
ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.
 
Wantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fbWantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fb
 
ቁርአን በአማረኛ
ቁርአን በአማረኛቁርአን በአማረኛ
ቁርአን በአማረኛ
 
Qur'anul karim
Qur'anul karimQur'anul karim
Qur'anul karim
 

Wantoota islaamummaa balleysu

  • 1. NAWAAQID UL-ISLAAM Qopheeysaa: Sheek Muhammad Abdulwahhaab Hiikaan: (Abuu Muhammad) Jaafar Bayaan Al-Baddeeysii
  • 2. Beeki wanni Islaamummaa namarraa balleessaa waa kudhan. IBSA. Wanni Islaamummaa namarraa balleesu: waan namni tokko eega Islaama seene waan san dalaguudhaan ykn jechuudhaan ykn yaaduudhaan Islaamummaa keessa bahu. Kan sabaaaba isii Islaama jedhamurraa Kaafira tahu jechuudha. Namni Islaamaa hundi waan Islaamummaa namarraa balleesu kana barachuun dirqama isaati, akka isii beeke if eeguuf jecha. Rabbiin akkana je’a: ?ös? #’n Ÿu (#‘‰s ) t t ÎÅ£
  • 3. yz Fsù ?tã ö/ä.Í‘$t/÷Šr (#ç7Î=s {If duuba hin deebi’inaa (Kaafirummaatti) duyda duuba keessanitti warra hongowe taatanii.} Al-Maa’iidaa: 21
  • 4. {Isinirraa namni Amantii isaatirraa if duuba deebi’u, inni Kaafira. Orma san dalagaan isaanii baddee jirti Adunyaa fi Akhiraatti ammallee isaan warra Ibiddaati, Isaan isii keessatti turoodha.} Al-Baqaraa: 217 Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana jedhan: “ nama amantii Isaa jijjiiru ajjeesaa!” Bukhaarii: 3175 Ulamaa’iin akki ja’an: namni tokko eega Islaama tahee if duuba deebi’ee kan kaafira tahu dalagaadhaan, jechaan, amanuudhaan ykn yaada san dhugoomsuudhaani fi shakkiidhani. wanni Islaamummaa namarraa balleessaa waa kudhanan 1FFAA. Ibaadaa (gabbarttii) Rabbii keessatti waan biroo Allaahatti qindeesuudha.
  • 5. Ragaan jecha Rabbitti: ¨Î) ©!$# Ÿ ãÏøótƒ r x8u y7Ï9sOE tߊ $t ãÏøótƒu ÏμÎ/ ô³ç„ {Allaahaan Isaatti Qindeessu (sharrakku) hin araaramu, waan sanii gad jiru namaaf irra dabra} An-Nisaa: 48 ù t§ym ª!$# Ïμø‹n=t t õ8Îô³ç„ «!$$Î/ ô‰s )s çμu 1ù't us¨yfø9$# ã â‘$¨9$# ( $tu š !ÏÎ=
  • 6. ©à=Ï9 ôÏ 9‘$|Á#r $ {isa Allaahatti qindeesu dhugumatti Allaahaan Jannata haraam (dhowwaa) isaratti godhee jira, bakki inni qubatu Ibidda, warra rabbitti waan biro qindeesuuf inni tumsuuf hin jiru.} Al- Maa’idaa:82 Rabbitti qindeesuun: Allaahaaf malee qaluu (gorra’uu) akka nama jinniif qaluu ykn qabriif qaluu.
  • 7. 2FFAA. Isa Allaaha fi Isa jidduutti jiddu deemaa (dubbii fixaa) godhatu, kan isaan yaammattu, kan isaan kadhatu, kan isaanitti irkatu. Inni Kaafira waliigala warra Islaamaa biratti (ijmaa’aan) 3FFAA. Inni Mushrikoota hin kafarsiisne ykn Kaafira tahuu isaanii shaakke ykn karaan isaanii sirriidha jedhu. Inni kaafira (mataan isaatuu) 4FFAA. Inni karaa qajeelaa nabiyyiin (s.a.w) dhufeenirra karaa birootu caala jedhee amanu ykn murtii Isaatirra Murti birootu caala je’ee yaadu.
  • 8. Fakkeenyaaf: inni seera warri nama jallisu baase seera nabiyyiirra caalchiise, inni kaafira. 5FFAA. Inni waan Rasuulli (s.a.w) dhufeenirraa waan takka jibbe, osoo waan jibbe san itti dalagellee Kaafira. 6FFAA. Namni waan Amantii rasuularraa tahe takkatti hanjamaa (qishnaa) godhe ykn galata (sawaaba) Allaahaan dubbatetti ykn Adaba Isaatti kan hanjamaa godhe, kaafira. Ragaan jecha Rabbiiti: È%s ÞÚèw* $ ¨à2 $y#Î) (ä9à)u‹s9 óß'tFø9r'y™ s9uw ƒu #t =óçFä. ÏÎ!™ßu‘ uÏμÏG
  • 10. y‰÷èt/ x. š.â-Ì“ö/t tJó¡n@ 01 Ÿ (#â‘É‹tG÷ès? ô‰s% 2änöxx óä3Ï
  • 11. yƒÎ) 4 Î) ß#÷è# tã 7xÍ5!$sÛ ö6ä3 Ïi óÉj‹y yèç# 00 š !ÏÌøgè8 (#ç#$Ÿ2 r'Î/ OxÍ5!$sÛ ö6å/¨7r {Yoo isaan gaafatte “ nuti ni hanjamne (qishnaa goone) ammas ni taphanne” ja’an. “sa Allaahatti, Aayaata Isaatti, ergamaa Isaatti hanjamaa gootanii?” jedhiin. Rakkoo hin himatinaa dhugumatti eega amantanii kafartanii jirtan. Yoo tuuta isinirraa taate gariif irra dabarre tuuta garii ni adabna, sababaa isaan cubbaawoo tahaniif.} At-towbaa: 65-66 7FFAA. Raaguu fi falfala dalaguu, namni dalage ykn dalagaa isaanii jaalate, kaafira. Ragaan jecha Allaahatti:
  • 12. tnr 49®Lym Ià)t $tu È$yÏk=y yèムôÏ ‰t w* ×o tƒ $y#Î) ßøtw o÷GÏù öàõ3s? Ÿ:sù {Isaan lamaan (falfala) nama tokkollee hin barsiisan hanga nuti mokkoraa hin kafarinaa (namaan) ja’anitti.} Al- Baqaraah:10 2 8FFAA. Nama muslima Irratti Mushrikaaf (warra Rabbitti waa qindeesuuf, kaafira fi waaqeeffataaf) gargaaru. (Sunis Kaafira) Ragaan jecha Rabbii ol taheeti: tu 6ç;°;utGt 3ö6å/÷]Ï …çμ#Î*sù ö6ä3 iÏ tƒ {namni isinirraa Isaaniif (Mushirikootaaf) tumse, inni isaanumarrahi.} Al-Maa’iidaa:51
  • 13. 9FFAA. Inni gariin namaa shari’aa nabi Muhammad s.a.w keeysaa bahuun Isaaniif ni taha jedhee amanu akka Khadiir shari’aa nabi Muusaarraa bahetti. Inni sun kaafira 10FFAA. Inni Amantii Allaaharraa garagalu kan hin baranne, kan itti hin hojjane. Sunis kaafira. Ragaan jecha Rabbii ol taheeti: ôtu ã6n t?Î/ ÏμÎn/u‘ ¢èO uÚ{1ôãr n=øßr £Ï tÏj.èOE ÏM
  • 14. tƒ$t r tF ã !$y'÷tã 4 $#Î) zÏ š !ÏÌôfßø9$# tßÉ)t {inni lubbuu Isaa miidhe hin jiru Isa aayata (keewata ykn malattoo) Rabbii isaatiin yaadachiifamee isirraa
  • 15. garagalerra. Nuti orma cubbaaworraa haluu ni bahanna.} As-Saajida:22 Waan Islaamummaa namarraa balleesu kan dubbanne hunda keeysatti, garaagarummaan hin jiru beekaan tahuu, sodaan tahuu nama dirqame malee. Hundi isii irra guddaa wan balaa namatti tahurraahi, ammallee irra guddaa waan namni keeysatti argamuu danda’urraahi. Nama muslimaarraa wanni barbaadamu isiirraa baqachuu ykn if tiysuu qaba, lubbuu Isaatiif sodaachuu qaba isii keeysa bu’urraa. Rabbiin tiyfamna waan dallansuu isaa nutty sabachisurraa ammallee azaaba isaa laaleessaarraa. Nagayaa fi Rahmanni irra caalaa uumaa nabi Muhammad irratti, maatii isaarratti, sahaabaa isaarratti haa jiraatu.