SlideShare une entreprise Scribd logo
1  sur  16
Boqonnaa 6
Bineeldota Mit-selomeetii (Acoelomate Animals)
I.Murna Pilaatihelmentii (Raammoo Battee)
 Bineeldotni kunniin baqqaan-sadee
 Bakka keessa qaawwaa bullaa’insa soorataa qofa qabu.
I.Murna Pilaatihelmentii (Raammoo Battee)
1.1 Amaloota Waliigalaa Pilaatihelmentii
 Irraa jalaan boca battee qau
 Jijjirama dagaaginaa (‘Progressive evolution’) 4 agarsiisaniiru.
Isaanis dagaagina
 baqqaana sadi’ii ( triploblastic)
 simeetirii baayilaateraalii (cin-lamee)
 sadarkaa sirna qaamaa fi
 gar- mataa (cephalization) fi
qindoomina nervoota dhaamsa geessituu fi deebistuu ti.
•
•
•
•

•

•
•
•

Ammaan 1mm - naannoo 10m ga’u
Sirni geejiba dhangala’oo ykn kan dhiigaa hin jiru;
 Qaamnii diffushiniif mijataadha.
Sochii si’aa’aa ta’e agarsiisu.
Murni kun : Gitoota maxxantootaa sadii fi
 Bilisaan jiraatu tokko qaba.
Maxxantooti jijjiirama
 Bocaa (‘anatomy’)
 Adeemsa dalagaa qaamaa (‘physiology’) fi
 Amalaa (‘behavioure’) agarsiisaniiru.
Kun madaqiinsa haala jireenyaaf jecha jijjiirrataniiru.
Sanyiiwwan jiraattotaa 15,000 ol qabu
Afaan qabu, garuu qaawwaa xuraawaa ittiin dhabamsiisan adda ta’e
(‘anus’) hin qaban
• Qaama lallaafaa qabaachuudhaan beekamu.
 Miseensotni maxxantoota ta’an (Fkn: raammoo heexoo) caasaa
 Buullaa’insa soorataa hin qaban.
 Kun madaqiinsa maxxantummaa dha








1.2 Bidoollee fi Soorannoo Raammoo Battee
Bidoolleen mala jireenyaa isaanii waliin adeema.
Pilaaneeriyaa bilisaan jiraatu.
 Baay’inaan bishaan ashaboo
 Murasi bishaan haaraa.
 Bineeldota xixiqqoo adamsuudhaan Sooratu.
 Kan raqa-nyaattummaan jiraataniis jiru.
Isaan kun
Afaan,
Qoonqoo fi
Mar’immaan dhumarratti duudaa ta’e qabu
 Caasaan bullaa’insa soorataa inzaayimoota qabu.
 Adamsitootni laanqessaa ippiidarmiirratti qophaa’aniin adamamtoota
sakaalanii qabatu.
 Rammoo batteen maxxantoota ta’an: keessa ykn
 ala bineeldota biroorra jiraatu.
 soorata daakamaa, ykn dhangala’oo keessummeessitootaa keessa sooratu.
 caasaa ittiin keessummeessitoota isaanitti qabatan mataa irraa qabu.
 Iskooleksii (‘scolex’) jedhamu qabu.
 Iskooleeksiin maxxansituu biraa sakerii (‘sucker’) qaba.
 Sakeriin gara gadiitti siqee cinaalee irratti argamuu.
 dirtuun biroo immoo gara fiixeetti argama.
 Caasaalee kanaan xuuxuun sooratu.
 sirna bullaa’insa soorataa isaan hin barbaachisu.
•
•

1.3 Ijaarsa Qaamaa fi Dalgaalee Adda Addaa
1.3.1 Bocaa fi Caasaa
Raammoo batteen bifaan battee dha.
Simeetirii cin-lamee waan qabaniif qaama:
cina bitaa fi mirgaa (left and right)
 gara jalaa fi gara irraa (dorsal and ventral)
 gara fuul-duraa fi duubaa (anterior and posterior) qabu.
Raammoo batteen bilisaan jiraatan: nafa gara jalaa caasaaleen rifeensee fakkaatan qabu.
 sigigaachuun socho’uuf gargaaru.
Nafi maxxantootaa tegumentii ykn kuutiikiliin aguugamera.
 Inzaayimii keessummeessitootaan akka hin daakamneef ittisa.
Tarbulaariiyaa keessatti maashaaleen keessaa fi rifeenseen sochiif
gargaaruu.
Raammoo batteen sirna lafee hin qaban.
 Utubbiin qaamaa dhiibbaa bishaaniin deggarama.


•

•
•
•
•
•
•

•
•
•
•
•

1.3.2 Usaansaa fi osmooriguleeshinii
Geejibni O2 fi soorataa diiffuushiniin raawwata.
 Geejibi wantootaa sochii qaamaan saffisiifamuu danda’a.
Pilaatihelmentiin baay’ee ujummoo usaansaa pirootoonefiriidaa qabu.
 Dhangala’oon qaama keessaa seelota fileemiin gara ujummoo
kanaatti yaa’u.
Ashaboon ujummoo kanaan xuuxamee gara qaamaatti deebi’a.
Xuriin bishaan darbaa karaa ujummoo nefiriidoofoori jedhamuu gara
alaatti ba’a.
1.3.3 Sirna narvii fi qaamota miiraa
Narvineettii salphaa irraa amma narvii walxaxaatu argama.
Sirni narvii raammoo battee
 cin-lamee kan ta’ee fi
 gaangiliyanii serebiraalawaa ta’e of-keessaa qabuu.
•

Tokko tokko keessatti sirna narvii gara mataa (‘cephalic nerve’)
 baay’ee dagaagee fi
 dandii dhaamsa deebistuu fi dhaamsa geessituu kan qabuu dha.
• Haaluma kanaan dhaamsi qaamota miira adda addaa qaqqabuun
adeemsi qindoomina dalagaalee adda addaa ni raawwata.
• Raammoo battee adda addaa keessa sirbidduuwwan miira adda addaa
fudhan jiru.
• Kanneen keessaa muraasi
 Saakerii keessa sirbiduu tuqaatii (‘tactile receptor’)
Fkn. Raammoo filuukii, fi tarbulaariyaa
 Sirbiduu keemikaalaa (‘chemoreceptors’) gara mataa tarbulaariyaa
Foolii adamsitootaa fuudhuun hordofuuf (‘chemotaxis’) gargaara.
 Sirbiduun ifaa (photoreceptor)qaama turbeelariyaa irratti argama.
Ifa irraa fagaatu (‘negative phototactic’)
•
•








1.3.4 Walhormaataa fi dagaagina raammoo battee
I. Walhormaata
A) Saallessaa:- Raammoo batteen
Monoecious /qaama saalaa kormaa fi dhalaa orgaanizimii tokkicha irraa/.
Goonaadii ispeermii qopheessuu fi hanqaaquu qopheessu qabu.
Goonaadiin kormaa
 Xannachoota dhangala’oo qopheessan,
 Ujummoolee fi
 Maashaalee ispermii dabarsaniin badhaadhaa dha.
Misoomni hanqaaquu keessoo (‘internal fertilization’) dha.
Raammoo batteen tokko tokko luuxii (‘hermaphrodite’) dha.
Fkn: Raammoo Heexoo.
Kaan immoo ispeermii waljijjiiruun fartilaayizeeshinii alagaa gaggeessu.

Fkn: Tarbulaariyaa.
 Adeemsa armaan olii lameeniin misooma kan gaggeessanis ni jiru.
 Dagaaginni miciree garaagarummaa agarsiisa.
• Kallattiin yookaan immoo
• keessummeessitoota adda addaa keessa darbuu fi
• sadarkaa jiisaa qabaachuun walxaxaa ta’uu danda’a.
B) Alsaallessaa
 Raammoo battee keessaa tarbulaariyaan
• Dalga citee dagaaguun (‘regeneration’)niin beekama.
Fkn pilaaneeriyaan
II. Marsa jireenyaa
• Marsaan jireenyaa raammolee battee maxxantootaa walxaxaa dha.
• Irra caalaa yoo xinnaate keessummeessitoota 2 barbaadu,
– keessummeessaa jalqabaa (10 host) fi
– keessummeessaa lammaffaatti (20 host) fayyadamu.
• Akka fakkeenyaatti marsaan jireenyaa filuukii tiruu fi raammoo heexoo
armaan gaditti kennamaniiru.
•
•

•
•
•
•
•
•

Marsa jireenyaa filuukii tiruu (‘Liver fluke’)
Filuukiin tiruu maxxantuu keessaa
 vertebireetoota gurguddoo (hoolaa, re’ee, loon fi
 yeroo tokko tokko namaa) ti.
Ga’eessi hadhooftuu tiruu keessa jiraata.
Hanqaquun misoome karaa ujummoo hadhooftuu mar’immaan seenee
bobbaa wajjin gara alaatti baha.
Bishaan keessatti jiisaan miraasiidiyamii hanqaaquu kana keessaa baha.
Miraasiidiyemiin cilalluu huree lixa (20 host)
Cilalluu keessatti miraasiidiyem iirraa sadarkaan ispooroosistii kan
alsaallessaan walhoruu danda’u uumama.
Ispooroosistii keessatti jisaan raadiyaa jedhaman hedduun ni uumamu.
Jiisaa raadiyaa keessaa dhumarratti jiisaa seerkaariyaa gadi-lakkifama.
•
•
•
•
•
•
•
•
•
•
•

Serkaariyaan bishaan daakuun keessummeessituu isaa yeroo argatu gogaa
uruun seenee karaa sirna geejiba dhiigaa hadhooftuutti deebi’a.
Marsa jireenyaa raammoo heexoo (‘Tape worm’)
Sanyii adda addaa (Taenia solium, T. saginatum’)qaba
caasaa walhormaataa, piroogilootiidii hedduu qabu.
Piroogilootiidiin tokko cidhaanii fi oovaarii of irraa qaba.
Ispeermii fi hanqaaquun piroogilootiidii tokkoo walmisoomsu danda’u.
Piroogilootiidota adda addaa gidduuttis misoomni raawwachuu danda’a.
Piroogilootiidiin hanqaaquu misoomeen gutame citee bobbaa wajjin gara
alaatti baha.
Hanqaaquun kun loon (T.saginatum) ykn booyyeen (T.solium) nyaatamuu
danda’a.
Hanqaaquu
Jiisaa onkoosfeer dhaaba mar’imaanii huruun sirna
marsaa dhiigaa (SMD) qabata.
Dhiigaan baatamee tiruu→onnee→ somba qaqqabuun deebi’ee onnee
keessa darbee dhumarratti maashaa lafee bira gaha.
•

Maashaa keessummeessituu giddugaleessa keessatti onkoosfeeriin
sistiiserkusiitti /hkkoo 6 qaba/ jijjiirama.

•

Dhandhalchi kun miciree baata

•
•

Raammoon kun gara mar’immaan namaatti deebi’ee marsa isaa xumura.
Kun kan ta’u yoo namni foon booy’ee /loonii/ sistiiserkusii kanaan
faalame hin bilchaatin nyaatuu dha.
1.4 Ramaddii Raammoo Battee
Pilatihelmentiin gitoota afuritti qoodama.
• Tarbalaariyaan (bilisaan jiraattoota)
• Tiriimaatoodaa
• Monoojeeniyaan filuukota.
• Sistoodaan gita raammoolee heexoo (minnii) ti.

•

.
•
•
•
•
•

•

•
•

Gita 1. Tarbulaar iyaa
Bishaan (ashaboo fi haaraa) jala bilisaan jiraatu.
Rifeensee gar-jalaa fi maashaa fayyadamuun foqoqu.
Adamsistootaa fi raqa – nyaattota.
Seelotni ippiidermii laanqessaa maddisiisu.
o Laanqessaan kun
 qaama jiisuu,
 Diinarraa baraaruu,
 Soorata sakeelee qabuu fi
 wantoota irra jiranitti maxxansuuf fayyada.
Kanneen bishaan haaraa keessaa pirootoonefiridaan
 dhiibbaa osmoosisii to’atu;
 xurii tokko tokkos dhabamsiisu.
Xuriin akka amooniyaa diffushiniin dhabamsiifama.
Sirna narvii qabu.
•
•
•
•

Tuqaa ijaa ooseelii (‘Ocelli’) jedhaman qabu.
Qaamni keemikaalotaa fi tuqaatiif miiraawaa dha.
Sirna marsaa dhiigaa fi qaama hargansuu hin qaban.
Walhormaatni maloota saallessaa fi alsaallessaan raawwata.
Gita 2. Monoojeniyaa
• Maxxantoota
 ala qaama qurxummii (gogaa fi giilii) fi
 keessa afuuffee raachaa ti.
• Keessummeessituu tokko qofa barbaada, dagaagina kallattii agarsiisu.
• Hanqaaquun misoome jiisaa rifeensee qabu onkoomiraasiidiyemi
jedhamutti jijjiirama.
• Jisaan kun (bishaan daaka) qabsiistuu (huukii fi saakerii)tiin
keessummeessituutti qabata.
Hanqaaquun kan gadi lakkifamu yeroo raachi walhormaataaf bishaanitti
deebi’udha.
•
•

•
•
•
•
•
•
•

Giilii taaddipooliitti qabachuun hadhooftuu seenuu danda’a.
Walhormaatni isaanii walhormaata keessummeessitootaa waliin kan
walsimudha.
– Fkn: Pooliistoomaa.
Gita 3: Tiriimaatoodaa
Sanyii baay’ee (gara 8000) kanneen bocaan baala fakkaatan of keessaa
qaba.
Maxxantoota keessaa (‘Endoparasite’) ti.
Ga’eessotni maxxantoota vertebireetotaati.
Invertebireetotni akka keessummeessituu giddugaleessaatti gargaaru.
Sochiin maashaa qofaan malee rifeensee hin qaban.
Qabsiistuu (saaker) of irraa qabu.
Qabsiistuun gar-duraa qaamaatti argama.
Fkn: Filuukii dhiigaa (‘Schistosoma’)
Filuukii tiruu (‘Hepatica’)
•
•
•
•

•

•
•
•
•
•

Gita 4: Sistoodaa (Raammoo heexoo)
Hundi maxxantoota keessaa vertebireetotaa ti.
Qaami batteedha, garii mataa (scolex) qabsiistuu saakerii fi huukii qaba.
dhaaba mar’immaanitti qabatu
Qaamni mataa booda (Strobila) sararaa piroogilootiid jedhamutti
qoqqoodama.
Piroogilootiidiin qalqalloo wahormaataa jedhamee beekama.
Raammoon heexoo cidhaanii fi oovaarii piroogilootiidii tokko irraa qaba
of-misoomsuu danda’a.
Misoomni alagaas gaggeeffamuu danda’a.
Mar’imaan keessatti dhangala’aa “PH” gadi buusuu fi enzaayimootni
keessummeessituu akka isaan hin daakneef dhorkan maddisiisu.
Ija hin qaban
Afaanii fi sirna bullaa’insa soorataa hin qaban.
Fkn: Raammolee heexoo adda addaa (T.Saginatus, T. Soleum kkf).

Contenu connexe

Tendances

Boqonnaa tokko
Boqonnaa tokkoBoqonnaa tokko
Boqonnaa tokkodinqicala
 
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Bahar Abdi Dawid
 
Presentation on Disability
Presentation on DisabilityPresentation on Disability
Presentation on DisabilityDinkaYadeta1
 
Imam yasinan rutin tq print oke
Imam yasinan rutin tq print okeImam yasinan rutin tq print oke
Imam yasinan rutin tq print oketeguh.qi
 
Dhalootnii kun
Dhalootnii kunDhalootnii kun
Dhalootnii kunKula Jilo
 
Flying book-10-(koreksi18)
Flying  book-10-(koreksi18)Flying  book-10-(koreksi18)
Flying book-10-(koreksi18)Fakhrurrazi Razi
 
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012addisuu
 
Capire la proprietà privata: attribuzioni e limiti
Capire la proprietà privata: attribuzioni e limiti Capire la proprietà privata: attribuzioni e limiti
Capire la proprietà privata: attribuzioni e limiti Luca Cadamuro
 
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Asfaw Zewdu
 
Artigo inflação novo3
Artigo inflação novo3Artigo inflação novo3
Artigo inflação novo3Ayta Ferreira
 
JASINI ME ALFABET TË GJUHËS SHQIPE
JASINI ME ALFABET TË GJUHËS SHQIPEJASINI ME ALFABET TË GJUHËS SHQIPE
JASINI ME ALFABET TË GJUHËS SHQIPELibra Islame
 
[Slideshare] fardh'ain(august-2014-batch)#3b-(ar-risaalah-basic-message-proph...
[Slideshare] fardh'ain(august-2014-batch)#3b-(ar-risaalah-basic-message-proph...[Slideshare] fardh'ain(august-2014-batch)#3b-(ar-risaalah-basic-message-proph...
[Slideshare] fardh'ain(august-2014-batch)#3b-(ar-risaalah-basic-message-proph...Zhulkeflee Ismail
 
Terminologia cirurgica
Terminologia cirurgicaTerminologia cirurgica
Terminologia cirurgicaRosi Silva
 

Tendances (17)

Boqonnaa tokko
Boqonnaa tokkoBoqonnaa tokko
Boqonnaa tokko
 
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
 
Barumsa bu
Barumsa buBarumsa bu
Barumsa bu
 
Presentation on Disability
Presentation on DisabilityPresentation on Disability
Presentation on Disability
 
Sidioc hayto mafdaga
Sidioc hayto mafdagaSidioc hayto mafdaga
Sidioc hayto mafdaga
 
Nammay hayto mafdaga
Nammay hayto mafdagaNammay hayto mafdaga
Nammay hayto mafdaga
 
Imam yasinan rutin tq print oke
Imam yasinan rutin tq print okeImam yasinan rutin tq print oke
Imam yasinan rutin tq print oke
 
Dhalootnii kun
Dhalootnii kunDhalootnii kun
Dhalootnii kun
 
Flying book-10-(koreksi18)
Flying  book-10-(koreksi18)Flying  book-10-(koreksi18)
Flying book-10-(koreksi18)
 
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012
 
Capire la proprietà privata: attribuzioni e limiti
Capire la proprietà privata: attribuzioni e limiti Capire la proprietà privata: attribuzioni e limiti
Capire la proprietà privata: attribuzioni e limiti
 
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
 
Artigo inflação novo3
Artigo inflação novo3Artigo inflação novo3
Artigo inflação novo3
 
JASINI ME ALFABET TË GJUHËS SHQIPE
JASINI ME ALFABET TË GJUHËS SHQIPEJASINI ME ALFABET TË GJUHËS SHQIPE
JASINI ME ALFABET TË GJUHËS SHQIPE
 
[Slideshare] fardh'ain(august-2014-batch)#3b-(ar-risaalah-basic-message-proph...
[Slideshare] fardh'ain(august-2014-batch)#3b-(ar-risaalah-basic-message-proph...[Slideshare] fardh'ain(august-2014-batch)#3b-(ar-risaalah-basic-message-proph...
[Slideshare] fardh'ain(august-2014-batch)#3b-(ar-risaalah-basic-message-proph...
 
BELLA HISTORIA
BELLA HISTORIABELLA HISTORIA
BELLA HISTORIA
 
Terminologia cirurgica
Terminologia cirurgicaTerminologia cirurgica
Terminologia cirurgica
 

Similaire à Acoelomates boq. 6

Beekeeping.pptx
Beekeeping.pptxBeekeeping.pptx
Beekeeping.pptxLammiiEdae
 
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptLeenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptmiadjafar463
 
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptxGuutaaDirbabaa
 
Formaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptFormaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptJaafar47
 
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfgdirbabaa8
 
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptxHaala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptxJaafar47
 
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taKarooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taAbdisaGutema
 
Tumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.ppt
Tumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.pptTumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.ppt
Tumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.pptJaafar47
 
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfSaayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfhabtamu292245
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdfHaroopost
 
4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptxMohammedAbdela7
 
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptxLeenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptxJaafar47
 
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxBitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxJaafar47
 
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxMeeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxJaafar47
 
4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptxMohammedAbdela7
 

Similaire à Acoelomates boq. 6 (20)

Beekeeping.pptx
Beekeeping.pptxBeekeeping.pptx
Beekeeping.pptx
 
Qoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdfQoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdf
 
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptLeenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
 
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
 
Formaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptFormaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.ppt
 
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
 
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptxHaala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
 
de abraham a los macabeos
de abraham a los macabeosde abraham a los macabeos
de abraham a los macabeos
 
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taKarooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
 
Tumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.ppt
Tumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.pptTumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.ppt
Tumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.ppt
 
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfSaayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
 
4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx
 
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptxLeenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
 
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxBitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
 
Inuktitut Latin - Judith.pdf
Inuktitut Latin - Judith.pdfInuktitut Latin - Judith.pdf
Inuktitut Latin - Judith.pdf
 
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxMeeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
 
Presentation1.pptx
Presentation1.pptxPresentation1.pptx
Presentation1.pptx
 
4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx
 
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumnBarnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
 

Plus de Chala Dandessa

Biology laboratory technique best edited by Chala Dandessa
Biology laboratory technique best edited by Chala DandessaBiology laboratory technique best edited by Chala Dandessa
Biology laboratory technique best edited by Chala DandessaChala Dandessa
 
Biol. 321 manual Afaan Oromoo
Biol. 321 manual Afaan OromooBiol. 321 manual Afaan Oromoo
Biol. 321 manual Afaan OromooChala Dandessa
 
Laboratory safety manual fantastic
Laboratory safety manual fantasticLaboratory safety manual fantastic
Laboratory safety manual fantasticChala Dandessa
 
Laboratory management and safety good
Laboratory management and safety goodLaboratory management and safety good
Laboratory management and safety goodChala Dandessa
 
Laboratory management and safety best book
Laboratory management and safety best bookLaboratory management and safety best book
Laboratory management and safety best bookChala Dandessa
 
Biology laboratory technique best22
Biology laboratory technique best22Biology laboratory technique best22
Biology laboratory technique best22Chala Dandessa
 
Alleviating student teachers report
Alleviating student teachers reportAlleviating student teachers report
Alleviating student teachers reportChala Dandessa
 
Alleviating student teachers proposal
Alleviating student teachers proposalAlleviating student teachers proposal
Alleviating student teachers proposalChala Dandessa
 

Plus de Chala Dandessa (8)

Biology laboratory technique best edited by Chala Dandessa
Biology laboratory technique best edited by Chala DandessaBiology laboratory technique best edited by Chala Dandessa
Biology laboratory technique best edited by Chala Dandessa
 
Biol. 321 manual Afaan Oromoo
Biol. 321 manual Afaan OromooBiol. 321 manual Afaan Oromoo
Biol. 321 manual Afaan Oromoo
 
Laboratory safety manual fantastic
Laboratory safety manual fantasticLaboratory safety manual fantastic
Laboratory safety manual fantastic
 
Laboratory management and safety good
Laboratory management and safety goodLaboratory management and safety good
Laboratory management and safety good
 
Laboratory management and safety best book
Laboratory management and safety best bookLaboratory management and safety best book
Laboratory management and safety best book
 
Biology laboratory technique best22
Biology laboratory technique best22Biology laboratory technique best22
Biology laboratory technique best22
 
Alleviating student teachers report
Alleviating student teachers reportAlleviating student teachers report
Alleviating student teachers report
 
Alleviating student teachers proposal
Alleviating student teachers proposalAlleviating student teachers proposal
Alleviating student teachers proposal
 

Acoelomates boq. 6

  • 1. Boqonnaa 6 Bineeldota Mit-selomeetii (Acoelomate Animals) I.Murna Pilaatihelmentii (Raammoo Battee)  Bineeldotni kunniin baqqaan-sadee  Bakka keessa qaawwaa bullaa’insa soorataa qofa qabu. I.Murna Pilaatihelmentii (Raammoo Battee) 1.1 Amaloota Waliigalaa Pilaatihelmentii  Irraa jalaan boca battee qau  Jijjirama dagaaginaa (‘Progressive evolution’) 4 agarsiisaniiru. Isaanis dagaagina  baqqaana sadi’ii ( triploblastic)  simeetirii baayilaateraalii (cin-lamee)  sadarkaa sirna qaamaa fi  gar- mataa (cephalization) fi qindoomina nervoota dhaamsa geessituu fi deebistuu ti.
  • 2. • • • • • • • • Ammaan 1mm - naannoo 10m ga’u Sirni geejiba dhangala’oo ykn kan dhiigaa hin jiru;  Qaamnii diffushiniif mijataadha. Sochii si’aa’aa ta’e agarsiisu. Murni kun : Gitoota maxxantootaa sadii fi  Bilisaan jiraatu tokko qaba. Maxxantooti jijjiirama  Bocaa (‘anatomy’)  Adeemsa dalagaa qaamaa (‘physiology’) fi  Amalaa (‘behavioure’) agarsiisaniiru. Kun madaqiinsa haala jireenyaaf jecha jijjiirrataniiru. Sanyiiwwan jiraattotaa 15,000 ol qabu Afaan qabu, garuu qaawwaa xuraawaa ittiin dhabamsiisan adda ta’e (‘anus’) hin qaban
  • 3. • Qaama lallaafaa qabaachuudhaan beekamu.  Miseensotni maxxantoota ta’an (Fkn: raammoo heexoo) caasaa  Buullaa’insa soorataa hin qaban.  Kun madaqiinsa maxxantummaa dha      1.2 Bidoollee fi Soorannoo Raammoo Battee Bidoolleen mala jireenyaa isaanii waliin adeema. Pilaaneeriyaa bilisaan jiraatu.  Baay’inaan bishaan ashaboo  Murasi bishaan haaraa.  Bineeldota xixiqqoo adamsuudhaan Sooratu.  Kan raqa-nyaattummaan jiraataniis jiru. Isaan kun Afaan, Qoonqoo fi Mar’immaan dhumarratti duudaa ta’e qabu
  • 4.  Caasaan bullaa’insa soorataa inzaayimoota qabu.  Adamsitootni laanqessaa ippiidarmiirratti qophaa’aniin adamamtoota sakaalanii qabatu.  Rammoo batteen maxxantoota ta’an: keessa ykn  ala bineeldota biroorra jiraatu.  soorata daakamaa, ykn dhangala’oo keessummeessitootaa keessa sooratu.  caasaa ittiin keessummeessitoota isaanitti qabatan mataa irraa qabu.  Iskooleksii (‘scolex’) jedhamu qabu.  Iskooleeksiin maxxansituu biraa sakerii (‘sucker’) qaba.  Sakeriin gara gadiitti siqee cinaalee irratti argamuu.  dirtuun biroo immoo gara fiixeetti argama.  Caasaalee kanaan xuuxuun sooratu.  sirna bullaa’insa soorataa isaan hin barbaachisu.
  • 5. • • 1.3 Ijaarsa Qaamaa fi Dalgaalee Adda Addaa 1.3.1 Bocaa fi Caasaa Raammoo batteen bifaan battee dha. Simeetirii cin-lamee waan qabaniif qaama: cina bitaa fi mirgaa (left and right)  gara jalaa fi gara irraa (dorsal and ventral)  gara fuul-duraa fi duubaa (anterior and posterior) qabu. Raammoo batteen bilisaan jiraatan: nafa gara jalaa caasaaleen rifeensee fakkaatan qabu.  sigigaachuun socho’uuf gargaaru. Nafi maxxantootaa tegumentii ykn kuutiikiliin aguugamera.  Inzaayimii keessummeessitootaan akka hin daakamneef ittisa. Tarbulaariiyaa keessatti maashaaleen keessaa fi rifeenseen sochiif gargaaruu. Raammoo batteen sirna lafee hin qaban.  Utubbiin qaamaa dhiibbaa bishaaniin deggarama.  • • • •
  • 6. • • • • • • • • 1.3.2 Usaansaa fi osmooriguleeshinii Geejibni O2 fi soorataa diiffuushiniin raawwata.  Geejibi wantootaa sochii qaamaan saffisiifamuu danda’a. Pilaatihelmentiin baay’ee ujummoo usaansaa pirootoonefiriidaa qabu.  Dhangala’oon qaama keessaa seelota fileemiin gara ujummoo kanaatti yaa’u. Ashaboon ujummoo kanaan xuuxamee gara qaamaatti deebi’a. Xuriin bishaan darbaa karaa ujummoo nefiriidoofoori jedhamuu gara alaatti ba’a. 1.3.3 Sirna narvii fi qaamota miiraa Narvineettii salphaa irraa amma narvii walxaxaatu argama. Sirni narvii raammoo battee  cin-lamee kan ta’ee fi  gaangiliyanii serebiraalawaa ta’e of-keessaa qabuu.
  • 7. • Tokko tokko keessatti sirna narvii gara mataa (‘cephalic nerve’)  baay’ee dagaagee fi  dandii dhaamsa deebistuu fi dhaamsa geessituu kan qabuu dha. • Haaluma kanaan dhaamsi qaamota miira adda addaa qaqqabuun adeemsi qindoomina dalagaalee adda addaa ni raawwata. • Raammoo battee adda addaa keessa sirbidduuwwan miira adda addaa fudhan jiru. • Kanneen keessaa muraasi  Saakerii keessa sirbiduu tuqaatii (‘tactile receptor’) Fkn. Raammoo filuukii, fi tarbulaariyaa  Sirbiduu keemikaalaa (‘chemoreceptors’) gara mataa tarbulaariyaa Foolii adamsitootaa fuudhuun hordofuuf (‘chemotaxis’) gargaara.  Sirbiduun ifaa (photoreceptor)qaama turbeelariyaa irratti argama. Ifa irraa fagaatu (‘negative phototactic’)
  • 8. • •       1.3.4 Walhormaataa fi dagaagina raammoo battee I. Walhormaata A) Saallessaa:- Raammoo batteen Monoecious /qaama saalaa kormaa fi dhalaa orgaanizimii tokkicha irraa/. Goonaadii ispeermii qopheessuu fi hanqaaquu qopheessu qabu. Goonaadiin kormaa  Xannachoota dhangala’oo qopheessan,  Ujummoolee fi  Maashaalee ispermii dabarsaniin badhaadhaa dha. Misoomni hanqaaquu keessoo (‘internal fertilization’) dha. Raammoo batteen tokko tokko luuxii (‘hermaphrodite’) dha. Fkn: Raammoo Heexoo. Kaan immoo ispeermii waljijjiiruun fartilaayizeeshinii alagaa gaggeessu. Fkn: Tarbulaariyaa.  Adeemsa armaan olii lameeniin misooma kan gaggeessanis ni jiru.
  • 9.  Dagaaginni miciree garaagarummaa agarsiisa. • Kallattiin yookaan immoo • keessummeessitoota adda addaa keessa darbuu fi • sadarkaa jiisaa qabaachuun walxaxaa ta’uu danda’a. B) Alsaallessaa  Raammoo battee keessaa tarbulaariyaan • Dalga citee dagaaguun (‘regeneration’)niin beekama. Fkn pilaaneeriyaan II. Marsa jireenyaa • Marsaan jireenyaa raammolee battee maxxantootaa walxaxaa dha. • Irra caalaa yoo xinnaate keessummeessitoota 2 barbaadu, – keessummeessaa jalqabaa (10 host) fi – keessummeessaa lammaffaatti (20 host) fayyadamu. • Akka fakkeenyaatti marsaan jireenyaa filuukii tiruu fi raammoo heexoo armaan gaditti kennamaniiru.
  • 10. • • • • • • • • Marsa jireenyaa filuukii tiruu (‘Liver fluke’) Filuukiin tiruu maxxantuu keessaa  vertebireetoota gurguddoo (hoolaa, re’ee, loon fi  yeroo tokko tokko namaa) ti. Ga’eessi hadhooftuu tiruu keessa jiraata. Hanqaquun misoome karaa ujummoo hadhooftuu mar’immaan seenee bobbaa wajjin gara alaatti baha. Bishaan keessatti jiisaan miraasiidiyamii hanqaaquu kana keessaa baha. Miraasiidiyemiin cilalluu huree lixa (20 host) Cilalluu keessatti miraasiidiyem iirraa sadarkaan ispooroosistii kan alsaallessaan walhoruu danda’u uumama. Ispooroosistii keessatti jisaan raadiyaa jedhaman hedduun ni uumamu. Jiisaa raadiyaa keessaa dhumarratti jiisaa seerkaariyaa gadi-lakkifama.
  • 11. • • • • • • • • • • • Serkaariyaan bishaan daakuun keessummeessituu isaa yeroo argatu gogaa uruun seenee karaa sirna geejiba dhiigaa hadhooftuutti deebi’a. Marsa jireenyaa raammoo heexoo (‘Tape worm’) Sanyii adda addaa (Taenia solium, T. saginatum’)qaba caasaa walhormaataa, piroogilootiidii hedduu qabu. Piroogilootiidiin tokko cidhaanii fi oovaarii of irraa qaba. Ispeermii fi hanqaaquun piroogilootiidii tokkoo walmisoomsu danda’u. Piroogilootiidota adda addaa gidduuttis misoomni raawwachuu danda’a. Piroogilootiidiin hanqaaquu misoomeen gutame citee bobbaa wajjin gara alaatti baha. Hanqaaquun kun loon (T.saginatum) ykn booyyeen (T.solium) nyaatamuu danda’a. Hanqaaquu Jiisaa onkoosfeer dhaaba mar’imaanii huruun sirna marsaa dhiigaa (SMD) qabata. Dhiigaan baatamee tiruu→onnee→ somba qaqqabuun deebi’ee onnee keessa darbee dhumarratti maashaa lafee bira gaha.
  • 12. • Maashaa keessummeessituu giddugaleessa keessatti onkoosfeeriin sistiiserkusiitti /hkkoo 6 qaba/ jijjiirama. • Dhandhalchi kun miciree baata • • Raammoon kun gara mar’immaan namaatti deebi’ee marsa isaa xumura. Kun kan ta’u yoo namni foon booy’ee /loonii/ sistiiserkusii kanaan faalame hin bilchaatin nyaatuu dha. 1.4 Ramaddii Raammoo Battee Pilatihelmentiin gitoota afuritti qoodama. • Tarbalaariyaan (bilisaan jiraattoota) • Tiriimaatoodaa • Monoojeeniyaan filuukota. • Sistoodaan gita raammoolee heexoo (minnii) ti. • .
  • 13. • • • • • • • • Gita 1. Tarbulaar iyaa Bishaan (ashaboo fi haaraa) jala bilisaan jiraatu. Rifeensee gar-jalaa fi maashaa fayyadamuun foqoqu. Adamsistootaa fi raqa – nyaattota. Seelotni ippiidermii laanqessaa maddisiisu. o Laanqessaan kun  qaama jiisuu,  Diinarraa baraaruu,  Soorata sakeelee qabuu fi  wantoota irra jiranitti maxxansuuf fayyada. Kanneen bishaan haaraa keessaa pirootoonefiridaan  dhiibbaa osmoosisii to’atu;  xurii tokko tokkos dhabamsiisu. Xuriin akka amooniyaa diffushiniin dhabamsiifama. Sirna narvii qabu.
  • 14. • • • • Tuqaa ijaa ooseelii (‘Ocelli’) jedhaman qabu. Qaamni keemikaalotaa fi tuqaatiif miiraawaa dha. Sirna marsaa dhiigaa fi qaama hargansuu hin qaban. Walhormaatni maloota saallessaa fi alsaallessaan raawwata. Gita 2. Monoojeniyaa • Maxxantoota  ala qaama qurxummii (gogaa fi giilii) fi  keessa afuuffee raachaa ti. • Keessummeessituu tokko qofa barbaada, dagaagina kallattii agarsiisu. • Hanqaaquun misoome jiisaa rifeensee qabu onkoomiraasiidiyemi jedhamutti jijjiirama. • Jisaan kun (bishaan daaka) qabsiistuu (huukii fi saakerii)tiin keessummeessituutti qabata. Hanqaaquun kan gadi lakkifamu yeroo raachi walhormaataaf bishaanitti deebi’udha.
  • 15. • • • • • • • • • Giilii taaddipooliitti qabachuun hadhooftuu seenuu danda’a. Walhormaatni isaanii walhormaata keessummeessitootaa waliin kan walsimudha. – Fkn: Pooliistoomaa. Gita 3: Tiriimaatoodaa Sanyii baay’ee (gara 8000) kanneen bocaan baala fakkaatan of keessaa qaba. Maxxantoota keessaa (‘Endoparasite’) ti. Ga’eessotni maxxantoota vertebireetotaati. Invertebireetotni akka keessummeessituu giddugaleessaatti gargaaru. Sochiin maashaa qofaan malee rifeensee hin qaban. Qabsiistuu (saaker) of irraa qabu. Qabsiistuun gar-duraa qaamaatti argama. Fkn: Filuukii dhiigaa (‘Schistosoma’) Filuukii tiruu (‘Hepatica’)
  • 16. • • • • • • • • • • Gita 4: Sistoodaa (Raammoo heexoo) Hundi maxxantoota keessaa vertebireetotaa ti. Qaami batteedha, garii mataa (scolex) qabsiistuu saakerii fi huukii qaba. dhaaba mar’immaanitti qabatu Qaamni mataa booda (Strobila) sararaa piroogilootiid jedhamutti qoqqoodama. Piroogilootiidiin qalqalloo wahormaataa jedhamee beekama. Raammoon heexoo cidhaanii fi oovaarii piroogilootiidii tokko irraa qaba of-misoomsuu danda’a. Misoomni alagaas gaggeeffamuu danda’a. Mar’imaan keessatti dhangala’aa “PH” gadi buusuu fi enzaayimootni keessummeessituu akka isaan hin daakneef dhorkan maddisiisu. Ija hin qaban Afaanii fi sirna bullaa’insa soorataa hin qaban. Fkn: Raammolee heexoo adda addaa (T.Saginatus, T. Soleum kkf).